Ibsaa Jireenyaa

(Jireenya Badh

16.03 oleh sammubani
Dec 9, 2018

Tentang Ibsaa Jireenyaa

Ibsaa Jireenyaa adalah Cahaya Kehidupan yang bertujuan untuk menunjukkan kepada umat manusia jalan menuju kebahagiaan

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, setelah isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma nama maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbotin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta'a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo ‘Simpan 'tuquun boodarra“ Barruu olkaaame' keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Cari” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (bagikan gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir'itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Apa yang baru dalam versi terbaru 16.03

Last updated on Dec 14, 2018
Converting sammubani.com to app

Informasi APL tambahan

Versi Terbaru

16.03

Diunggah oleh

بسام حمص

Perlu Android versi

Android 4.0.3+

Laporkan

Tandai sebagai hal yang tak patut

Tampilkan Selengkapnya

Use APKPure App

Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android

Unduh

Use APKPure App

Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android

Unduh

Ibsaa Jireenyaa Alternatif

Menemukan