We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Qormaataa fi Leenjii Konkolaac ícone

4.0 by Ethiomapps


Mar 2, 2021

Sobre este Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa de kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheati galcheati gabalai kobalai garaful itti galcheati garabalai iti galcheati garaful iti galcheati garaful iti galcheati garaaful iti galcheati gabalai gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti galcheaff iti galcheati. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galatoomaa.

Novidades da Última Versão 4.0

Last updated on Mar 2, 2021

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Traduzindo...

Informações Adicionais do Jogo

Última versão

Pedido Qormaataa fi Leenjii Konkolaac Atualização 4.0

Enviado por

Ko Min Gyi

Requer Android

Android 4.1+

Mostrar mais

Qormaataa fi Leenjii Konkolaac Capturas de tela

Idiomas
Inscrever-se no APKPure
Seja o primeiro a ter acesso ao lançamento antecipado, notícias e guias dos melhores jogos e aplicativos para Android.
Não, obrigado
Inscrever-se
Inscreva-se com sucesso!
Agora você está inscrito no APKPure.
Inscrever-se no APKPure
Seja o primeiro a ter acesso ao lançamento antecipado, notícias e guias dos melhores jogos e aplicativos para Android.
Não, obrigado
Inscrever-se
Sucesso!
Agora você está inscrito em nossa newsletter.