Usar la aplicación APKPure
Obtener Naamusa Islaamaa versión histórica en Android
Naamusoota Islaamaa ijoo fi jajjaboo
App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan de keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. kanaafuu; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.
- Naamusa salaamtaa
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabino
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Naamusa karaa deemsaa
Nabiin (sierra) akkana jedhan "Jannata hin seentan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.
Last updated on 24/01/2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Presentado por
Youssif Craft
Requisitos
Android 5.0+
Categoría
Reportar
Naamusa Islaamaa
7.0 by K Technologies
24/01/2025