Use APKPure App
Get Hisnul Muslim Afaan Oromoo old version APK for Android
Hisnul Muslim Afaan Oromoo Kitaaba Azkaaraa
Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan dari keessatti qabateedha. Hisnul Muslim Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.
● Zikrii Ganamaafi Galagalaa
● Yeroo Huccuu uffatan
● Yeroo Wuduu'a godhatan
● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.
● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan
● Yeroo Hirriiba
● Yeroo Aazaanaa
● Yeroo Salaataa
● Yeroo Qur'aanaa
● Wayita Rakkoo
● Du'aa'ii Ijoolleedhaf
● Dhukkubsataa
● Du'a / Janaazaa
● Qilleensa / Rooba
● Soomaafi Baatii
● Nyaataaf Dhugaatii
● Fuudhaaf Heeruma
● Hajjii fi Umraa
● Axxiffoo
● Imala fi kkk .. dari keessaa qaba.
Diunggah oleh
بنو محمود
Perlu Android versi
Android 5.0+
Kategori
29.3 MB Jan 28, 2025
29.3 MB Jan 28, 2025
24.6 MB Jun 29, 2023
24.6 MB Jun 29, 2023
8.4 MB Apr 8, 2021
8.4 MB Apr 8, 2021
Use APKPure App
Get Hisnul Muslim Afaan Oromoo old version APK for Android
Use APKPure App
Get Hisnul Muslim Afaan Oromoo old version APK for Android