Use APKPure App
Get Itiyootelekoom old version APK for Android
Fayyadamaan[App] kun Tajaajila Itiyootelecoom Afaan Oromootiin Fayyadamuuf oola
Fayyadamaan[App] kun Tajaajila Itiyootelecoom Afaan Oromootiin Fayyadamuuf akka tajaajilu, Hawaasa Afaan Oromoo fayyadamuuf yaadamee kan qophaayeedha. Tajaajiloota Dhaabbanni Itiyootelekoom kennu kanneen akka kaardii guuttachuu, kaardii waliif guutuu, kaardii waliif dabarsuu, Maallaqa qaban ilaallachuu, Tajaajila Galaa[Packages] bitachuufi Bilbiloota barbaachisoo tokko tokko kanneen yeroo rakkinaa nama ummata biyya keessa jiru tajaajilu jedhamn of keessaa qaba.Last updated on Sep 5, 2016
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Uploaded by
Muhammad Assi
Requires Android
Android 2.2+
Category
Report
Itiyootelekoom
1.0 by Abdisa Jara
Sep 5, 2016