AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (


5.0 by Ethiomapps
2021年02月28日 旧バージョン

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (について

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa(saw)wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii(saw)ibsuudhaaf kaa'amteedha。 Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe。 Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti(saw)hidhachuudhaaf qabsaa'uufi。 Ergamaan Rabbii(saw)ni jedhan:「akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa。」ブハアリトゥイガバアセ。 Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa。

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha。 Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee of kessattii kan qabatee dha。 Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa。

アプリの追加情報

最終のバージョン

5.0

投稿者

Azzouzi Samir

Android 要件

Android 4.0.3+

報告

不適切な内容としてフラグ

もっと見る

APKPure Appを使用する

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (の旧いバージョンをダウンロードすることが可能

ダウンロード

APKPure Appを使用する

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (の旧いバージョンをダウンロードすることが可能

ダウンロード

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (の類似アプリ

Ethiomapps からもっと手に入れる

発見