Use APKPure App
Get Hadiisa Nabiyyii(s.a.w) old version APK for Android
하디 사 80 Ibsa warreen Isa odeesseetiifii barnoota isaatiin wajji.
Kun barnoota Haadisa Afaan Oromoon qopha'aan kessaa isa tokko yeroo ta'uu fayyidaan haadisa kaanaas ibsaa hadiisaa yookan ammoo ergaa hadiisii kun ittiin bu'ee kan dabarsuu dha. Akkasumaas hadiisaa kana abbaa odessee rawii isaa of kessaa qaba. Kuniis dubbiftoonni kitaabaa kaanaaf ibsaa gahaa kan kennuu yeroo ta'uu ergaa hadiisaa illee akkaa sohabbonaani nabi (s.a.w) hubatanittii nuhabachisaa. Duubisaa Garii Du'aii keessaniin nuun irraanfatinaa.Last updated on Mar 4, 2021
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!