Use APKPure App
Get Jechoota Hayyoota Oromoo old version APK for Android
Moosajii kana kessaatti Jechoota Hayyoota Oromoo isiniif dhiheessinaa.
Ashamaa harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oromoo. Moosajii kana kessaatti jechoota hayyootni oromoo dubatan isiniif dhihessinaa. Moosajiin kun Jechoota hayyota oromoo gosoota heddu kan qabu yommuu ta'u , akkasumas hayyoota gararagaratiin kan dhiyaateedha.Last updated on May 13, 2020
-UI Improved
-Performance Improved