Maqaalee Rabbii 99


2.0 oleh K Technologies
Oct 24, 2023 Versi Lama

Mengenai Maqaalee Rabbii 99

Maqaalee Rabbii 99 fi Hiikkaa isaanii waliin

Maqaaleen Rabbii keenya hundi babbareedoo fi amaloonni (sifaanni) Isaa hundii sifaata gugguutuu ta’aniidha. Namni kanniin hunda hubachu kan danda’u, maqaalee fi sifaata barachuuf yoo tattaafateedha.

Imaamu ibn Al-Qayyim (rahimahullahu) ni jedha: “Karaa maqaalee fi sifaatatin gara Rabbii deemun dhimma ajaa’iba ta’eedha. Namni maqaalee fi sifaata Rabbii beeke, warroota garmalee ifaajan baay'ee dursa. Rakkoo guddaa osoo hin arginii fi biyya isaa keessaa osoo hin bahini fi hin raata’in [gammachuu barbaadu] argata.

Maklumat APLIKASI tambahan

Versi Terbaru

2.0

Dimuat naik oleh

Ahmed Montaser

Memerlukan Android

Android 4.4+

Available on

Laporkan

Tandai sebagai tidak sesuai

Tunjukkan Lagi

Maqaalee Rabbii 99 Alternatif

Dapatkan lebih banyak daripada K Technologies

Cari