Use APKPure App
Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android
Ibsaa Jireenyaa to Światło Życia, które ma na celu pokazać ludzkości drogę do szczęścia
Maqaan duraa Aplikeeshinii kana „Jireenya Badhaatu” dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu of akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo „Zapisz” tuquun boodarra „Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa „Szukaj” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (udział gochuu) fi kan biroo
Zrób to sam za pomocą keishan fudhachuuf qophiidha. Watt itti dabalamuu fi irraa hir'itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.
Last updated on Dec 14, 2018
Converting sammubani.com to app
Przesłane przez
بسام حمص
Wymaga Androida
Android 4.0.3+
Kategoria
Raport
Ibsaa Jireenyaa
(Jireenya Badh16.03 by sammubani
Dec 14, 2018