Используйте приложение APKPure
Историческую версию Baacoo Afaan Oromoo можно получить на Android
Fayyadamaa[App] baacoo Afaan Oromoo
Fayyadama[App] kun baacoowwan adda addaa kan of keessaa qabuudha. Baacoowwaan nama bashannansiisaniifi barsiisan hedduutu keessaa jira. App kana kan adda godhu, Baacoo barbaadne filanee yoo feene marsaalee hawaasaummaatti maxxanfachaa, ykn garagalfannee olkaawuu ykn fira/hiriyyaa keenyaaf erguu dandeenya.Last updated on 16/06/2017
Fayyadamaa[App] Baacoo Afaan Oromoo Haarattti Qabiyyeen dabalameera, Barreeffamni Maxxansa duraa keessatti walirra bu'e sirraayeera, Baacoo tokko tokkoon yoo fedhan namaaf erguu, yoo fedham marsaaleehawaasatti maxxansuufi haalotni hedduu mijateera.
Загрузил
Khaled Messaliti
Требуемая версия Android
Android 4.0.3+
Категория
Жаловаться
Baacoo Afaan Oromoo
1.1 by Oromo ICT
16/06/2017