Use APKPure App
Get Hisnul Muslim Afaan Oromoo old version APK for Android
Hisnul Müslüman Afaan Oromoo Kitaaba Azkaaraa
Hisunul Müslüman kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan of keessatti qabateedha. Hisnul Müslüman Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.
● Zikrii Ganamaafi Galagalaa
● Yeroo Huccuu uffatan
● Yeroo Wuduu'a godhatan
● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.
● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan
● Yeroo Hirriiba
● Yeroo Aazaanaa
● Yeroo Salaataa
● Yeroo Qur'aanaa
● Wayita Rakkoo
● Du'aa'ii Ijoolleedhaf
● Dhukkubsataa
● Du'a / Janaazaa
● Qilleensa / Rooba
● Soomaafi Baatii
● Nyaataaf Dhugaatii
● Fuudhaaf Heeruma
● Hajjii fi Umraa
● Axxiffoo
● Imala fi kk .. of keessaa qaba.
Last updated on Jun 29, 2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Yükleyen
Nguyễn Đức Trung
Gereken Android sürümü
Android 4.4+
Kategori
Bildir