Saayinsii walii galaa kutaa 7


1.4 tarafından BeckyTech
Dec 31, 2023 Eski versiyonlar

Saayinsii walii galaa kutaa 7 hakkında

App'n Kun Kitaaba Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaatti

App'n kan haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.

Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita;

Daha fazla bilgi için tıklayınız.

Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta;

Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa; saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita;

Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita;

Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin; amantaalee, barmaatilleefi akkaataa yaaduu nama tokkoo irratti dhiibbaa qaban ni ibsita;

Meeshaalee daawwanaa, safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii, meeshaalee yaalii, daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyaadamta;

Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis ta'ee namoota birootiif xiyyeeffannaa nikennita;

Argannoowwan qorachuufi bu'aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta;

Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannootti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kana fakaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta;

Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda'an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta'an hojii irra ni oolchita.

En son sürümde yeni olan 1.4

Last updated on Mar 2, 2025
The new release features updated SDK libraries, improvements to user experience paradigms, remediation of previously identified bugs, and significant performance optimizations.

Ek UYGULAMA Bilgileri

En Son Sürüm

1.4

Yükleyen

Nazrien Aizat

Gereken Android sürümü

Android 5.0+

Available on

Bildir

Uygunsuz olarak işaretle

Daha Fazla Göster

Use APKPure App

Get Saayinsii walii galaa kutaa 7 old version APK for Android

İndir

Use APKPure App

Get Saayinsii walii galaa kutaa 7 old version APK for Android

İndir

Saayinsii walii galaa kutaa 7 Alternatif

BeckyTech geliştiricisinin diğer ürünlerini edinin

Keşfetmek