下載 APKPure App
可在安卓獲取Herrega Kutaa 5ffaa的歷史版本
Herrega Kutaa 5ffaa 應用程序 bareeda
App'n kun herrega kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha。 Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu。
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna。
Boqonnaawwaan gurguddoon 應用程序 kun itti hiraames
Jijjiiramootaan hojjechuu
菲拉克希努塔
迪西馬洛塔
迪班塔
Safari bal'inaafi qabee
卡班納達塔
Gosootaafi hiikoo bocoota jaboo beekkamoo
Sararoota, kofootaafi safara isaanii
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
如果您有任何建議,請讓我知道。
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
謝謝!
Last updated on 2024年01月04日
Version 1.6 is a significant step forward:
Bugs have been addressed, eliminating glitches and errors.
Performance has been optimized, enhancing overall speed and efficiency.
Ads have been eradicated, providing an ad-free user experience.
The user interface has been streamlined, improving usability and accessibility.
Herrega Kutaa 5ffaa
1.2 by BeckyTech
2024年01月04日