Qormaataa fi Leenjii Konkolaac


4.0 بواسطة Ethiomapps
28/02/2021 الإصدارات القديمة

Qormaataa fi Leenjii Konkolaacحول

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa of kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaati appuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaati app. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas Mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa galichekuun. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

معلومات أكثر ل لعبة

احدث اصدار

4.0

محمل

Ko Min Gyi

Android متطلبات النظام

Android 4.1+

الإبلاغ

تحديد كغير مناسب

عرض المزيد

Use APKPure App

Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android

تحميل

Use APKPure App

Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android

تحميل

ألعاب مثل Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

احصل على المزيد Ethiomapps

الاكتشاف