Qormaataa fi Leenjii Konkolaac


4.0 por Ethiomapps
Feb 28, 2021 Versões Antigas

Sobre Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa de kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheati galcheati gabalai kobalai garaful itti galcheati garabalai iti galcheati garaful iti galcheati garaful iti galcheati garaaful iti galcheati gabalai gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti galcheaff iti galcheati. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

Informações Adicionais do Jogo

Última versão

4.0

Enviado por

Ko Min Gyi

Requer Android

Android 4.1+

Relatório

Marcar como inapropriado

Mostrar mais

Usar o APKPure APP

Obter o APK da versão antiga de Qormaataa fi Leenjii Konkolaac para Android

Baixar

Usar o APKPure APP

Obter o APK da versão antiga de Qormaataa fi Leenjii Konkolaac para Android

Baixar

Jogos como Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Obtenha mais de Ethiomapps

Descobrir