Maqaa Oromoo


3.0 por Gulele Software And Application Development
Feb 15, 2019 Versões Antigas

Sobre Maqaa Oromoo

Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kana qabuufi maqaa moggaasuu danda'a.

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta'eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu.

-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta'een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota 'android' MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta'een bannamee kan itti fayyadamuun danda'amuudha.

Novidades da Última Versão 3.0

Last updated on Feb 17, 2019
-UI Improved
-bugs fixed

Informações Adicionais do Aplicativo

Última versão

3.0

Enviado por

حمودي الصالحي الصالحي

Requer Android

Android 4.0+

Relatório

Marcar como inapropriado

Mostrar mais

Usar o APKPure APP

Obter o APK da versão antiga de Maqaa Oromoo para Android

Baixar

Usar o APKPure APP

Obter o APK da versão antiga de Maqaa Oromoo para Android

Baixar

Alternativa de Maqaa Oromoo

Obtenha mais de Gulele Software And Application Development

Descobrir