Maqaa Oromoo


3.0 przez Gulele Software And Application Development
Feb 15, 2019 Stare wersje

O Maqaa Oromoo

Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kan qabuufi maqaa moggaasuu danda'a.

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta’eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu.

-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota „android” MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta’een banamee kan itti fayyadamuun danda’amuudha.

Co nowego w najnowszej wersji 3.0

Last updated on Feb 17, 2019
-UI Improved
-bugs fixed

Dodatkowe informacje APLIKACJA

Ostatnia Wersja

3.0

Przesłane przez

حمودي الصالحي الصالحي

Wymaga Androida

Android 4.0+

Raport

Oznacz jako nieodpowiednie

Pokaż więcej

Use APKPure App

Get Maqaa Oromoo old version APK for Android

Pobierz

Use APKPure App

Get Maqaa Oromoo old version APK for Android

Pobierz

Maqaa Oromoo Alternatywa

Zdobądź wiecej z Gulele Software And Application Development

Odkryć