Use APKPure App
Get Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa old version APK for Android
Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.
Hundert Dura Faaruun Tan Rabbii Guddaati, Kitaaba Kana Akkan Qopheesu Kan Itti Na Kaasee Naaf Laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Aqiidaa Islaamaa Tan Dhugaa Akka Baratanii Ifiirraa Dura Dhaabbattan Yaadeti, Hanga Dandeetti Kiyyatti, Warri Beekkumsa Qaban Hedduun Na Dura Hojjii Gurguddoo Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Dubbiin akkuma Sheek Mikaa’iil Husseen manzuumaa isaa keessatti ja’e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin
Fedhiin too Muslimtoon haa if baruu… Rabbiner kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.
Kitaaba Kana Yeroon Qopheesu Warra Yaadaan Na Cinaa Dhaabbattan Hunda Galatoomfachuu Fedha, Keessaa Munition Akka Addatti Sheeka Kiyya Sheek Muhammad Waadoo, Obbollessa Kiyya Muhammad Ahmad Muhammad Kamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) fi Sheek Abdurahman Shariif Ali (Abuu Sumayyaa) keessan rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja’u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti
Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada und hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo sirreesee na beeksise und galatoomfadha.
Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.
Rabbiin warra haqaaf tumsu nu haa godhu.
Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad irratti haa jiraatu.
Jaafar Bayaan
Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.
Last updated on Nov 29, 2022
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Von hochgeladen
देवा देवकर
Erforderliche Android-Version
Android 4.0.3+
Kategorie
Bericht
Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa
3.0 by Ethiomapps
Nov 29, 2022