We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Icona Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

3.0 by Ethiomapps


Nov 29, 2022

Informazioni su Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti na kaase, duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan tuutti Ahbaasha ja’amtu biyaya aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa jiran ammooo gama kàyàmara Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Afaan kana dubbisuu danda’u irraa fayyadamee Dubbiin akkuma Sheek Mikaa’iil Husseen manzuumaa isaa keessatti ja’e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anji wau Isaacaru Tari

Fedhiin troppo Muslimtoon haa se baruu ... Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha, keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek Muhammad Waadoo, obbollessa kiyya Muhammad Ahmad yaadahaaaaaaaaaaaa MuhammadKamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) fi Sheek Abdurahman Shariif Ali (Abuu Sumayyaa), bilbilaan gaafii tiyya naaf deebisaa kan turan Sheek MuhamadSaanii (jawwaabaa) yahaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja’u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru, Oromiffaanis loqoda addaa qaba, kuni guddina Afaanaiqa

Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja’u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo sirreesee na beeksise nin galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbift akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.

Rabbiin warra haqaaf tumsu nu haa godhu.

Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad irratti haa jiraatu.

Jaafar Bayaan

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

Novità nell'ultima versione 3.0

Last updated on Nov 29, 2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Traduzione in caricamento...

Informazioni APP aggiuntive

Ultima versione

Richiedi aggiornamento Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa 3.0

Caricata da

देवा देवकर

È necessario Android

Android 4.0.3+

Mostra Altro

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Screenshot

Lingua
Iscriviti ad APKPure
Sii il primo ad accedere alla versione anticipata, alle notizie e alle guide dei migliori giochi e app Android.
No grazie
Iscrizione
Abbonato con successo!
Ora sei iscritto ad APKPure.
Iscriviti ad APKPure
Sii il primo ad accedere alla versione anticipata, alle notizie e alle guide dei migliori giochi e app Android.
No grazie
Iscrizione
Successo!
Ora sei iscritto alla nostra newsletter.