Use APKPure App
Get Galata Gooftaa old version APK for Android
Kadhannaa Galata Gooftaa Kan Yeroo 훈다
Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan of keessa qabudha. Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda'annif immoo fedhaa waaqayyoo ta'ee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhannaaftoluna 아니스 앱 kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'ee itti gammadadha. Waan gaarii hojjechu, takkummaan waan guddaa hojjeechu miti. Adeemsan ta'aa waan ta'eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta'ee 앱 biraas itti fufuun nan hojjedha. Galanni Waaqayyoof 하 타우. Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu!Last updated on Jan 23, 2023
The new version contains
- bug fixed
- new contents arrangement
- performance improved
업로드한 사람
Tran Trungden
필요한 Android 버전
Android 5.0+
카테고리
신고
Galata Gooftaa
1.7 by BeckyTech
Jan 23, 2023