Use APKPure App
Get Galata Gooftaa old version APK for Android
Kadhannaa Galata Gooftaa Kan Yeroo hundaa
Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan keessa qabudha. Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda wam'annif immoo fedhaa waaqayyoo ta'ee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhanaqayachuuu waaqayyoo tolun Anis aplikacja kana gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'ee itti gammadadha. Waan gaarii hojjechu, takkummaan waan guddaa hojjeechu miti. Adeemsan ta'aa waan ta'eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta'ee aplikacja biraas itti fufuun nan hojjedha. Galanni Waaqayyoof haa ta'u. Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu!Last updated on Jan 23, 2023
The new version contains
- bug fixed
- new contents arrangement
- performance improved
Przesłane przez
Tran Trungden
Wymaga Androida
Android 5.0+
Raport
Galata Gooftaa
1.7 by BeckyTech
Jan 23, 2023