Use APKPure App
Get Barruu Faarfannaa old version APK for Android
App'n kun faarfannaa afaan oromoo ortodooksii tawaahidoopo
Apl kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta'eef namootni haala salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'ee hin jireetti'adamka it dan taasun faarfannaan kan qindaa'edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Quulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keenya.
Last updated on Feb 28, 2025
The new release features updated SDK libraries, improvements to user experience paradigms, remediation of previously identified bugs, and significant performance optimizations.
Dimuat naik oleh
عمار استايل
Memerlukan Android
Android 6.0+
Category
Laporkan
Barruu Faarfannaa
1.7 by BeckyTech
Feb 28, 2025