Use APKPure App
Get Barruu Faarfannaa old version APK for Android
App'n kun faarfannaa afaan oromoo ortodooksii tawaahidoopo
App kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta'eef namootni haala salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'ee asi'nin kaniti hin jirei kan qindaa'edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka arman gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keskinya.
Last updated on Feb 28, 2025
The new release features updated SDK libraries, improvements to user experience paradigms, remediation of previously identified bugs, and significant performance optimizations.
Yükleyen
عمار استايل
Gereken Android sürümü
Android 6.0+
Bildir
Barruu Faarfannaa
1.7 by BeckyTech
Feb 28, 2025