下載 APKPure App
可在安卓獲取Macaafa Qulqulluu的歷史版本
阿凡·奧洛莫(Afan Oromo)的舊約和新約聖經
馬卡法·庫古魯
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe。 Waggaa 120 booda,Bara digitalaa(數字時代)jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe。 Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu(移動設備)tti fayyadama。 Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
博士塔斯加拉·赫波(Tasgara Hirpo)
羅布桑·馬科(Robsan Mako)
Waktola Merdassa開發
阿瑪吉(2020)
Last updated on 2020年02月09日
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Macaafa Qulqulluu
1.0.4 by Robsan Mako
2020年02月09日
$2.49