Macaafa Qulqulluu


1.0.4 por Robsan Mako
09/02/2020

Sobre Macaafa Qulqulluu

Los libros del Antiguo y Nuevo Testamento en Afan Oromo

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (era digital) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Dispositivo móvil) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu ​​nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Desarrollado por Waktola Merdassa

waktolam@gmail.com

Amajji, 2020

Información Adicional de Aplicación

Última Versión

1.0.4

Requisitos

4.0

Reportar

Marcar como inapropiado

Mostrar más

Alternativa de Macaafa Qulqulluu

Obtenga más de Robsan Mako

Descubrir