Macaafa Qulqulluu


1.0.4 oleh Robsan Mako
Feb 9, 2020

Mengenai Macaafa Qulqulluu

Buku Perjanjian Lama dan Baru di Afan Oromo

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 dari Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itmaan ilootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Haramay baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu ​​nutti dhaga'ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Dibangunkan oleh Waktola Merdassa

waktolam@gmail.com

Amajji, 2020

Maklumat APLIKASI tambahan

Versi Terbaru

1.0.4

Memerlukan Android

4.0

Laporkan

Tandai sebagai tidak sesuai

Tunjukkan Lagi

Macaafa Qulqulluu Alternatif

Dapatkan lebih banyak daripada Robsan Mako

Cari