หนังสือพันธสัญญาเดิมและพันธสัญญาใหม่ใน Afan Oromo
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka Waggaa 120 วัน, baraa digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (อุปกรณ์มือถือ) tti fayyadama Kana hubannaa keessa galchuudhaan คาร่า Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuuuddinhagaa dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
พัฒนาโดย Waktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajji, 2020