Macaafa Qulqulluu


1.0.4 przez Robsan Mako
Feb 9, 2020

O Macaafa Qulqulluu

Księgi Starego i Nowego Testamentu w Afan Oromo

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (urządzenie mobilne) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu ​​nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Opracowany przez Waktola Merdassa

waktolam@gmail.com

Amajji, 2020

Dodatkowe informacje APLIKACJA

Ostatnia Wersja

1.0.4

Wymaga Androida

4.0

Raport

Oznacz jako nieodpowiednie

Pokaż więcej

Macaafa Qulqulluu Alternatywa

Zdobądź wiecej z Robsan Mako

Odkryć